Gorsa Afurtama Kan Itiin Mana Sirreessan voor Android

"NamOoonni Baayeen Ani Beeku Jireenyi Maatii Isaanii Sababa Xixiqqoodhaan Diigameen Arga.
Download nu

Gorsa Afurtama Kan Itiin Mana Sirreessan voor Android Rangschikking & Samenvatting

Advertentie

  • Rating:
  • Prijs:
  • Free
  • Naam uitgever:
  • By Ethiomapps
  • Besturingssystemen:
  • Android
  • Aanvullende vereisten:
  • Requires Android 4.0.3 and up

Gorsa Afurtama Kan Itiin Mana Sirreessan voor Android Tags


Gorsa Afurtama Kan Itiin Mana Sirreessan voor Android Beschrijving

"Namoonni baayeen ani beeku jireenyi maatii isaanii sababa xixiqqoodhaan diigameen arga. Sababni xixiqqoon kun akkamitti jireenya maatii kabajamaa kana akka kanatti diiga jechuun baayee natti dhagaama tuur. Sababni isaa Maali jechuu yeroon gadi fageenyaan yaadu inni guddaan maatiin zon Kan sodaa Rabbii irratti ijaarame tauu dhabuudha. Fakkeenyaaf jalqabuma yeroo gaaila isaaniitiin duraa gurbaafi intalli Karaa Rabbiin dhorge baayee irratti wal qunnamu. Yeroo nikaan hidhamus wantoota shariiaa faallessan lakkoofsa hin qabnetu raawwatama. Inni guyyaa cidhaa immoo waan dubbatamee dhumuu miti. Akka Sheekhni tokko jedhanitti shariiaan ummata keenya biratti Kan inni hojiirra oolu hanga guyyaan cidhaatiifi duaa dhufutti. Yeroo ciini dhufe ajajni Rabbii hunduu diigamee wanti Rabbiin hin jaallanne hunduu hojjatama. Muuziiqaan, isheen heerumtu qullaa manaa bahuun, marii (miizee) jedhanii warra fira hin Taane fira fakkeessanii ajaja Rabbii diiguun, bosona adda addaa deemanii waan Rabbiin jibbu m EEQAATAMA ACHITTI DALAGUUN, QARSHIIN HAMMANA HIN JEDHAMNE ACHITTI GUBAMEE DHUMUUN, YAA ALLAAH ISA KAMIN DUBBADHEE ISA KAM DHIISA! Yaa Ummata Islaaaaa Rabbiin IsinitTi Haa Tau! Garuu Silaa Yaa Ummata Keenya Yeroo Gammachuu Rabbiin Yaadanna Rabbiinis Guyyaa Rakkoo Keenyaa Nu Yaadata Ture. Mee Ummanni Guyyaa Hara Wal Fuudhu Badii Heddu Irratti Wal Qunname Akkamumatti Jireenyi Isaa Fuulduraa Milkaaaa Taa? WALLAAHII JIRENYA HAARA GALFIIFI BOQONNAA TAUU HIN DANDAU. Kun Tasumaa Hin Yaadamu. Kun Mindaa Wal Madaaluu Miti. Mindaan Wal Madaalu Warra Ajaja Rabbii Irraa Gara Gale Rabbiin Jireenya Dhiphoo Isa Jiraachisuudha. YOO IRRA KEESSI ISAA GAARII Fakkkaate Mulatelle KEESSI ISAA YOOMUU GAARII HIN TAU. "Barressaa kitaabicha. Waluma galattii gorsonni afurtaman mana keenyaa haala sharia'aan Islaama jallatuu fi gargarsa Rabbittiin rakkoolee dangaa Rabii darbuun dhufaan ofirraa maqsuuf nugargaara. Galatani guddaan Kan Rabbii tokkichaa yeroo ta'uu barressaa keeny Gaaliis Rabbii si irraa haqebalu jechaa, Islam House fi Hunda KEENYAAF DU'AII NuUf Godha.


Gorsa Afurtama Kan Itiin Mana Sirreessan voor Android Gerelateerde software